HUBADHU!▬▬▬▬▬▬▬❏ AARIIN:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Fira nama dhabsiisa.⁃ Sammuu jeeqa.⁃ Qabeenya barbadeessa.⁃ Badiif nama saaxila.⁃ Du’aaf nama kenna.❏ JIBBIINSI:⁃ Walirraa nama fageessa.⁃ Qofa galeessa nama taasisa.⁃ Walitti dhufeenya booressa.⁃ Dogongoraaf karaa bana.⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.❏ RAKKINNI:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Waan hin qabne si barsiisa.⁃ Abdii si kutachiisa.⁃ Obsa si fixachiisa.⁃ Biyyarraa siin bada.❏ OBSI:⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.⁃ Hamtuu irraa nama eega.⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.⁃ Amala qabeessa nama taasisa.⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.⁃ Sammuu namaa bal’isa.⁃ Madaaluuf nama gargaara.⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!«KANAAFUU OBSA QABAADHU!»❏ JAALALLI:⁃ Gammachuu namaaf laata.⁃ Waan gaarii nama yaachisa.⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.⁃ Galma qaqqabsiisa.⁃ Bilisummaa yaadaa laata.«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.»                    ● 💐 ●●● @A4mulaa_jireenyaa ●●●● @A4mulaa_jireenyaa ●●                  ● 💐 ●HUBADHU!▬▬▬▬▬▬▬❏ AARIIN:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Fira nama dhabsiisa.⁃ Sammuu jeeqa.⁃ Qabeenya barbadeessa.⁃ Badiif nama saaxila.⁃ Du’aaf nama kenna.❏ JIBBIINSI:⁃ Walirraa nama fageessa.⁃ Qofa galeessa nama taasisa.⁃ Walitti dhufeenya booressa.⁃ Dogongoraaf karaa bana.⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.❏ RAKKINNI:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Waan hin qabne si barsiisa.⁃ Abdii si kutachiisa.⁃ Obsa si fixachiisa.⁃ Biyyarraa siin bada.❏ OBSI:⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.⁃ Hamtuu irraa nama eega.⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.⁃ Amala qabeessa nama taasisa.⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.⁃ Sammuu namaa bal’isa.⁃ Madaaluuf nama gargaara.⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!«KANAAFUU OBSA QABAADHU!»❏ JAALALLI:⁃ Gammachuu namaaf laata.⁃ Waan gaarii nama yaachisa.⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.⁃ Galma qaqqabsiisa.⁃ Bilisummaa yaadaa laata.«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.»                    ● 💐 ●●● @A4mulaa_jireenyaa ●●●● @A4mulaa_jireenyaa ●●                  ● 💐 ●

Never give up

ABDII QABDA! ─ Moo’ichi nama jijjiiramaaf wal’aansoo qabu bira jira.
▬▬▬▬▬▬▬▬
➲ Har’a hiyyeessa yoo taate bor ni sooromta!
➲ Har’a uffata gahaa hin qabdu yoo ta’e bor irraa hafaa qabaatta!
➲ Har’a miilla qullaa deemta yoo ta’e bor kophee jijjiirtee keewwattaam.
➲ Har’a hojii hin qabdu yoo ta’e bor hojjetaa hedduu qacarta!
➲ Har’a baasii geejjibaaf yoo dhabdeyyuu bor konkolaataa kee yaabdee adeemta!
➲ Har’a nama si jaallatu hin qabdu yoo ta’eyyuu bor baay’ina fira keetif dhiphatta!
➲ Har’a utuu biyyi kolfuu yoo boosseyyuu bor yeroo biyyi boo’u kolfuuf jirta!
➲ Har’a gurguddoota biyyaa hin beektu yoo ta’eyyuu bor nama guddaaf beekamaa taata.

Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal’aansoo qabi, moo’ichi nama wal’aansoo qabu bira jira. Moo’ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama. Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetiti.
ABDII HIN KUTATIN!

  ❇️ @oro_inspire ❇️
  ❇️ @oro_inspire ❇️
  ❇️ @oro_inspire ❇️
  ❇️ @oro_inspire ❇️

Qatar

.
↪️ Baay’inni Hawaasa Kaataar miil. 2.9, kubbaa daawwachuuf garas kan imale hanga ammaa mii. 3.2. Fooddaa TV kallattiin kan daawwatu Biil. 5
↪️ Isteediyeemiiwwan Saddeet Magaalota shan keessatti horii Doolaara biiliyeena 200 n ijaarame daawwachuuf nama tokko giddu galeessan Doolaara 10,000 barbaachisa.
↪️ Taphattoonni 832 biyyoota 32 irraa walitti dhufu. Abbaan seeraa dubartii, kaameeraawwan shan kubbattii kallattiin kan hordofan, VAR (offside) dhaaf Yeroo jalqabaatiif kan ramadame.
↪️ Turtii ji’a tokkoo keessatti taphoota biyyoota 32 kan Hawaasni Biil. 5 kallattiin daawwatu dhumarratti Waancicha kan fudhatu biyya tokko qofa.
🗣️ Hordoftoota keenya sa’aatii 24(taphni utuu hin eegalin) tilmaammii reeshiyoo keessanii baruuf isa dhumaa “eenyutu moo’ata?”Seenaadhaaf namni tokko akka hin hafne. Hundi keessan irratti hirmaadhaa.
. ⚽The Beautiful Game

.

.

.

.