
Travel the world with me as I share stories, tips, and photos of the places I see.
My Latest Posts
• • •
- United
- United
- HUBADHU!▬▬▬▬▬▬▬❏ AARIIN:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Fira nama dhabsiisa.⁃ Sammuu jeeqa.⁃ Qabeenya barbadeessa.⁃ Badiif nama saaxila.⁃ Du’aaf nama kenna.❏ JIBBIINSI:⁃ Walirraa nama fageessa.⁃ Qofa galeessa nama taasisa.⁃ Walitti dhufeenya booressa.⁃ Dogongoraaf karaa bana.⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.❏ RAKKINNI:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Waan hin qabne si barsiisa.⁃ Abdii si kutachiisa.⁃ Obsa si fixachiisa.⁃ Biyyarraa siin bada.❏ OBSI:⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.⁃ Hamtuu irraa nama eega.⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.⁃ Amala qabeessa nama taasisa.⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.⁃ Sammuu namaa bal’isa.⁃ Madaaluuf nama gargaara.⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!«KANAAFUU OBSA QABAADHU!»❏ JAALALLI:⁃ Gammachuu namaaf laata.⁃ Waan gaarii nama yaachisa.⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.⁃ Galma qaqqabsiisa.⁃ Bilisummaa yaadaa laata.«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.» ● 💐 ●●● @A4mulaa_jireenyaa ●●●● @A4mulaa_jireenyaa ●● ● 💐 ●HUBADHU!▬▬▬▬▬▬▬❏ AARIIN:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Fira nama dhabsiisa.⁃ Sammuu jeeqa.⁃ Qabeenya barbadeessa.⁃ Badiif nama saaxila.⁃ Du’aaf nama kenna.❏ JIBBIINSI:⁃ Walirraa nama fageessa.⁃ Qofa galeessa nama taasisa.⁃ Walitti dhufeenya booressa.⁃ Dogongoraaf karaa bana.⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.❏ RAKKINNI:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Waan hin qabne si barsiisa.⁃ Abdii si kutachiisa.⁃ Obsa si fixachiisa.⁃ Biyyarraa siin bada.❏ OBSI:⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.⁃ Hamtuu irraa nama eega.⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.⁃ Amala qabeessa nama taasisa.⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.⁃ Sammuu namaa bal’isa.⁃ Madaaluuf nama gargaara.⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!«KANAAFUU OBSA QABAADHU!»❏ JAALALLI:⁃ Gammachuu namaaf laata.⁃ Waan gaarii nama yaachisa.⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.⁃ Galma qaqqabsiisa.⁃ Bilisummaa yaadaa laata.«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.» ● 💐 ●●● @A4mulaa_jireenyaa ●●●● @A4mulaa_jireenyaa ●● ● 💐 ●
- Afrikaan tuni waggaa 12tti yeroo takka nusa Xumuraa (8) keessa seenti.Oduu wal hin qabanneen Portugaaliis nusa xumuraatiif dabarte.Morocco vs Portugal
- Untitled
- Never give upABDII QABDA! ─ Moo’ichi nama jijjiiramaaf wal’aansoo qabu bira jira.▬▬▬▬▬▬▬▬➲ Har’a hiyyeessa yoo taate bor ni sooromta!➲ Har’a uffata gahaa hin qabdu yoo ta’e bor irraa hafaa qabaatta!➲ Har’a miilla…More
- Moroco
- (no title)
- World
- Qatar.↪️ Baay’inni Hawaasa Kaataar miil. 2.9, kubbaa daawwachuuf garas kan imale hanga ammaa mii. 3.2. Fooddaa TV kallattiin kan daawwatu Biil. 5↪️ Isteediyeemiiwwan Saddeet Magaalota shan keessatti horii Doolaara biiliyeena…More
• • •
Good days