HUBADHU!▬▬▬▬▬▬▬❏ AARIIN:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Fira nama dhabsiisa.⁃ Sammuu jeeqa.⁃ Qabeenya barbadeessa.⁃ Badiif nama saaxila.⁃ Du’aaf nama kenna.❏ JIBBIINSI:⁃ Walirraa nama fageessa.⁃ Qofa galeessa nama taasisa.⁃ Walitti dhufeenya booressa.⁃ Dogongoraaf karaa bana.⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.❏ RAKKINNI:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Waan hin qabne si barsiisa.⁃ Abdii si kutachiisa.⁃ Obsa si fixachiisa.⁃ Biyyarraa siin bada.❏ OBSI:⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.⁃ Hamtuu irraa nama eega.⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.⁃ Amala qabeessa nama taasisa.⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.⁃ Sammuu namaa bal’isa.⁃ Madaaluuf nama gargaara.⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!«KANAAFUU OBSA QABAADHU!»❏ JAALALLI:⁃ Gammachuu namaaf laata.⁃ Waan gaarii nama yaachisa.⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.⁃ Galma qaqqabsiisa.⁃ Bilisummaa yaadaa laata.«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.»                    ● 💐 ●●● @A4mulaa_jireenyaa ●●●● @A4mulaa_jireenyaa ●●                  ● 💐 ●HUBADHU!▬▬▬▬▬▬▬❏ AARIIN:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Fira nama dhabsiisa.⁃ Sammuu jeeqa.⁃ Qabeenya barbadeessa.⁃ Badiif nama saaxila.⁃ Du’aaf nama kenna.❏ JIBBIINSI:⁃ Walirraa nama fageessa.⁃ Qofa galeessa nama taasisa.⁃ Walitti dhufeenya booressa.⁃ Dogongoraaf karaa bana.⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.❏ RAKKINNI:⁃ Amala namaa jijjiira.⁃ Waan hin qabne si barsiisa.⁃ Abdii si kutachiisa.⁃ Obsa si fixachiisa.⁃ Biyyarraa siin bada.❏ OBSI:⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.⁃ Hamtuu irraa nama eega.⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.⁃ Amala qabeessa nama taasisa.⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.⁃ Sammuu namaa bal’isa.⁃ Madaaluuf nama gargaara.⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!«KANAAFUU OBSA QABAADHU!»❏ JAALALLI:⁃ Gammachuu namaaf laata.⁃ Waan gaarii nama yaachisa.⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.⁃ Galma qaqqabsiisa.⁃ Bilisummaa yaadaa laata.«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.»                    ● 💐 ●●● @A4mulaa_jireenyaa ●●●● @A4mulaa_jireenyaa ●●                  ● 💐 ●

Leave a Comment