Qatar

.
↪️ Baay’inni Hawaasa Kaataar miil. 2.9, kubbaa daawwachuuf garas kan imale hanga ammaa mii. 3.2. Fooddaa TV kallattiin kan daawwatu Biil. 5
↪️ Isteediyeemiiwwan Saddeet Magaalota shan keessatti horii Doolaara biiliyeena 200 n ijaarame daawwachuuf nama tokko giddu galeessan Doolaara 10,000 barbaachisa.
↪️ Taphattoonni 832 biyyoota 32 irraa walitti dhufu. Abbaan seeraa dubartii, kaameeraawwan shan kubbattii kallattiin kan hordofan, VAR (offside) dhaaf Yeroo jalqabaatiif kan ramadame.
↪️ Turtii ji’a tokkoo keessatti taphoota biyyoota 32 kan Hawaasni Biil. 5 kallattiin daawwatu dhumarratti Waancicha kan fudhatu biyya tokko qofa.
🗣️ Hordoftoota keenya sa’aatii 24(taphni utuu hin eegalin) tilmaammii reeshiyoo keessanii baruuf isa dhumaa “eenyutu moo’ata?”Seenaadhaaf namni tokko akka hin hafne. Hundi keessan irratti hirmaadhaa.
. ⚽The Beautiful Game

.

.

.

.

Leave a Comment